👋 Hello, I'm

Nesru Michael

Nesru Michael

Skills That Make Me… Me

Writer icon 100%
Art and writer
Writer

Latest Work

Showcasing my recent projects and creative endeavors

Media Motivation by Nesru Michael

Media Motivation by Nesru Michael

View Project

Latest Articles

Thoughts, tutorials, and stories from my journey

Nesru Michael Motivation Speaker
Sep 30, 2026 5 min read

Nesru Michael Motivation Speaker

Read Article

Photo Gallery

A glimpse into my visual journey

What Clients Say

"Waan Rakkinniifi hiyyumti tun nama gootumoo!! Lammiin Hindii Ekeeraa obboleettii isaa awwaalamttee akka ragaa dhaalaatti dhiheesse dubbii ijoo miidiyaalee idil-addunyaa ta'e. Namichi Hindii "Jituu Munda" jedhamu kun lafa obboleettii isaa awwaala keessaa baasee gara baankii geessuun du'a ishee mirkaneessu isaa Gabaasni ni mul'isa. Namichi dhalataa biyya Hindii kun qabeenya obboleettii isaa qarshii 19,402 baankii keessa jiru fudhachuuf gara baankii deemuun "Obboleettiin koo duute jirti, Maallaqa obboleettii koo naaf kenna" jedhee hojjettoota baankii gaafata. Hojjettoonni baankii kunis obboleettiin kee akka duute nuuf mirkaneessuu qabda, waliigaltee dhaalaa dhiyeessuu qabda jedhanii deebisaniif. Kanarraa ka'uun "Jituu Mundan",kallattiin gara awwaala obboleettii isaa deemee reeffa obboleettii ishee awwaala keessaa baasee garba isaa irra baatee ragaaf gara "Baankii Giramin Odish" geessu. Osoo inni reeffa obboleettii isaa baattee deemu namoonni hedduun waraabanii miidiyaa hawaasaa irratti kan maxxansan yoo ta'u, Baankiin "Odish Gramin" garuu gocha namichaa erga mirkaneessee booda qarshii obboleettii isaa guutummaatti dhaaluuf murteessee jira. "Jituu Mundan" maaliif gocha akkanaa raawwatte jedhamee gaafatamee, "Ani sanada barreeffamaa waanan hin qabneef reeffa ishee bakka awwaalchaa keessaa baasee akka ragaatti dhiheessuun filadhe" jedhee deebisee, Jechuun miidiyaaleen gabaasaniiru. Obboleettiin "Jituu Mundan" maqaan ishee "Kaala Mundan" kan jedhamuu yoo ta'u, Reefni ishees akka aadaa naannoo sanaatti naannoo mana maatiitti deebi'ee awwaalamee jira. Qondaaltonni naannichaa taateewwan akkanaa dogoggora waan ta’eef namoota gocha akkanaa raawwatan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhaniiru. Haa ta'uu malee Bulchaan naannichaa maallaqa Hindiitiin 30,000 gumaachuun dhimmichii dubbii ijo miidiyaalee idil-addunyaa ta'eera jechuun kan gabaasee By Nesru Michael"

Nesru Michael
Nesru Michael Nesru Michael how we understand parson